Jechoota beektotaa Featured

02 Sep 2016

Jechoota beektotaa

- Milkaa’inni adeemsa dheeraafi bu'aa ba'ii guddaa booda argaa,(Winisteen Charchil)

- Badhaadhina qabeenyaa caalaa badhaadhina sammuuf dhama’i, (Albarti Inistaayin)

- Ofiin jaalalatti kuftee harkisa dachee hinkomatin, (Albarti Inistaayin)

- Fuulli ifaan daandii jalqabaa gara jaalalaatti geessuudha, (Maazar Tireezaa)

- Jibbi dhagaa caalaa waan ulfaatuuf jaalalaan haa jiraannu, (Martiin Luutar Kiingi)

- Hiriyaa gaariin waliin haasa’uu waggaa tokkoo osoo hintaane gocha sa’atii tokkoon hubatama, (Pilaatoo)

- Gammachuun wanti yaadan, dubbataniifi raawwatan yoo walfaana mul’atedha,( Maatama Gaandii)

- Hunda jaalladhu; muraasa amani; nama tokkoyyuu hinjibbiin, (Wiiliyaam Sheekispeer)

- Namni beekaan ofdhoksa, namni wallaalaan ofbeeksisa, (Wiiliyaam Sheekispeer)

Waaqshuum Fiqaaduutiin

Miidiyaa Hawaasummaarratti

 

Lakkooftuu dubbistootaa

0000315735
Har'a/TodayHar'a/Today31
Kaleessa/YesterdayKaleessa/Yesterday979
Torban kana/This_WeekTorban kana/This_Week4309
Torban darbe/This_MonthTorban darbe/This_Month42071
Guyyaa mara/All_DaysGuyyaa mara/All_Days315735

       The first Ethiopian Locally Developed Ethionux Operating System, that has been under trial since the last 8 years(2007-2015) in Ethiopian Press Agency, Ethiopian News Agency for the past 2 Years & Ethiopian Revenues And Customs Authority for the past 1 Years , has now become fully operational. This website is built up on the operating system of Ethionux.