Kitaabotni haaraan Afaan Oromoo faayidaarra akka hinoolle murtaa'e Featured

25 Aug 2017

Bu'aan qorannoo hayyootaa kitaabotni Afaan Oromoo haaraan rakkoo hedduu akka qaban qo'annoodhaan waan mirkanaa'eef kitaabotni haaraan Afaan Oromoo (LAGIM...) faayidaarra akka hinoolle murtaa'uusaa Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa naannichaa ibse.

Kaaabineen Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa bu'aa qorannoo ogeessonni geggeessanirrati hundaa'uun tarkaanfii kana kan fudhate ta'uu hogganaan biirichaa, Obbo Addisuu Araggaa feesbuukii isaaniirratti ibsaniiru.

Kanaanis kitaabota barattoota sadarkaa 1fa waggoota sadiin dura hojiirra turan (ABCD...) akka deebi'u murtaa'uusaa himanii, hayyoota Oromoo tattaaffii cimaadhaan qo'annicha geggeessanis galateeffatanaiiru.

Riippoortara gaazexichaatiin

Miidiyaa Hawaasummaarratti

 

Lakkooftuu dubbistootaa

0000803514
Har'a/TodayHar'a/Today1583
Kaleessa/YesterdayKaleessa/Yesterday3718
Torban kana/This_WeekTorban kana/This_Week6117
Torban darbe/This_MonthTorban darbe/This_Month43054
Guyyaa mara/All_DaysGuyyaa mara/All_Days803514

       The first Ethiopian Locally Developed Ethionux Operating System, that has been under trial since the last 8 years(2007-2015) in Ethiopian Press Agency, Ethiopian News Agency for the past 2 Years & Ethiopian Revenues And Customs Authority for the past 1 Years , has now become fully operational. This website is built up on the operating system of Ethionux.