Koreen kubbaa miilaa Afrikaa wayita ammaa Konfedereeshina Kubbaa miilaa Afrikaa jedhamuudhaan beekamu hundeeffamuuf bu'uurri kan kaa'ame ALA Waxabajjii 18 bara…
Walmorkii waancaa kubbaa miilaa kilaboota 'Tootaal' Afrikaarratti hirmaachaa kan jiru kilabni Qiddus Giyoorgis tapha deebii Dilbata darbe Istaadiyooma Biyyooleessaa Hawaasaatti…
Walmorkii waancaa Kubbaa Miilaa Afrikaa 32fa ALA bara 2019 Kaameerunitti adeemsifamurratti hirmaachuuf ramaddii jahaffaa keessatti gareewwan Gaanaa, Keeniyaafi Seeraaliyoon wajjin…
Federeeshiniin Ispoortii Cheezii Godina Jimmaa ispoortii cheezii manneen barnootaa godinichaatti babal'isuuf tattaafataa akka jiru beeksise. Pirezidaantii ittaanaan federeeshinichaa kaadhimamaa 'Maastar'…
Walmorkii Waancaa Konfedereeshina 'Tootaalii' Kubbaa Miilaa Afrikaa ALA bara 2017 adeemsifamu tapha gulaalaa duraa kan Dilbata darbe Finfinneetti adeemsifameen Raayyaan…
Dorgommii Maraatonii Hongikoongiitti Dilbata darbe adeemsifameen atileetonni Itoophiyaa korniyaa lameeniinuu injifannoo olaanaa gonfachuusaanii Waldaan Atileetiksii Biyyooleessaa “IAAF” beeksiseera. Fiigicha kiiloo…
Atileetota fiigicha qaxxaamura biyyaarratti hirmaatan calaluuf dorgommii adeemsifame Faranjoonni “Kiroos Kaantirii”jedhu. Nu biratti ammoo dorgommii qaxxaamura biyyaa jedhamuun beekama. Dorgommiin…
Leenconni hin ittifamne wayita waancaa baranaa fudhatan Walmorkiin Waancaa Kubbaa Miilaa Afrikaa waggaa lamatti altokko biyyoota miseensota Konfedereeshina Kubbaa Miilaa…
Tashoomaa Qadiidaatiin Fiigicha mana keessaa meetira kuma lamaa Kibxata darbe Ispeen, Magaalaa Saabaadeelitti adeemsifameen atileetii beekamtuun Itoophiyaa Ganzabee Dibaabaa sa'aatii…
Tashoomaa Qadiidaatiin Jala bultii guyyaa dubartootaa “March 8” sababeeffachuun Fiigichi Olaanaa Itoophiyaa, kiiloo meetira shanii dubartoonni qofti waggaa waggaadhaan irratti…
Kilaboota Liigii Piriimeeri Itioophiyaa 16 jidduutti adeemsifamaa kan jiru shaampiyoonaan kubbaa miilaa marsaa duraa torban 14fa Kibxata darbes magaaloota naannoolee…
Sirna badhaasa duraanii :Itoophiyaan sadarkaa Addunyaatis ta'u Afrikaatti gosawwan ispoortii hedduudhaan walmorkiiwwan gara garaarratti hirmaachaa turteetti; ammas hirmaachaa jirti. Kanneen…
Qopheessumaa Gaabooniin ALI Amajjii 6 bara 2009 irraa kaasee biyyoota 16 jidduutti kan jalqabame walmorkiin waancaa kubbaa miilaa Afrikaa 31fa…

Miidiyaa Hawaasummaarratti

 

Lakkooftuu dubbistootaa

0000273061
Har'a/TodayHar'a/Today426
Kaleessa/YesterdayKaleessa/Yesterday1220
Torban kana/This_WeekTorban kana/This_Week1646
Torban darbe/This_MonthTorban darbe/This_Month26514
Guyyaa mara/All_DaysGuyyaa mara/All_Days273061

       The first Ethiopian Locally Developed Ethionux Operating System, that has been under trial since the last 8 years(2007-2015) in Ethiopian Press Agency, Ethiopian News Agency for the past 2 Years & Ethiopian Revenues And Customs Authority for the past 1 Years , has now become fully operational. This website is built up on the operating system of Ethionux.